Oduu biyya keessaa Jilli aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu Maqalee gale Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamuu haala kenninsa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamaa jiru…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa imaltoosaaf maaddii uumamaa biyya keessaa qooduu eegale Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imaltoosaaf maaddii uumamaa biyya keessaa qooduu eegaleera. Daandii qilleensicha mata duree ‘Daandii Qilleensa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Lammileen Ityoophiyaa 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Finfinnee gala Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Feeliks Shiiseekaand har’a Finfinnee galaniiru. Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…
Oduu biyya keessaa Qorannoon mata duree ‘Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee… Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Qorannoon mata duree 'Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee Oromoo' jedhuun qophaa’e Finfinnee Hoteela Iskaay…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsitiiwwan garagaraa barattoota eebbisiisan Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan Baahir Daar, Waaldiyaa, Dabaarq, Walayittaa fi Miizaan Teeppii barattoota sangatawwan garagaraatin leenjisaa turan eebbisisaniiru.…
Teeknooloojii Teeknooloojiin ragaa barnoota sirrii mirkaneessuu hojiirra ooluufi Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Teeknooloojiin ragaa barattoota dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfatti eebbifamaniif sirriin ta’uusa mirkaneessuu hojiirra ooluufi.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala. Yaa’iichi mata duree ‘aartiin, aadaa fi bocaan Afrikaa barbannuu ni ijaarra’ jedhuun ni…
Oduu biyya keessaa Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu qabu… Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu fi cimsuu akka qaban Af yaa'iin Mana Maree Federeshinii Adam…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…