Oduu biyya keessaa Qondaaltonni waraanaa olaanoo 18 to’annaa jala oolan Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Hidhattoota garee Juuntaa waliin waraanaa fi waraansisaa kan turan qondaaltonni waraanaa olaanoo 18 to'annaa jala oolaniiru. Humnoota garee badii…
Oduu biyya keessaa Koreewwan dhaabbii dhaabbileen rakkoo isaanii furuuf qindoominaan hojjechuu akka qaban yaadachiisan Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatti koreen dhaabbii dhimmoota qabeenyaa uumamaa, jallisii fi inarjii Ministeerri Inarjii fi Bishaanii, Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Daandiwwan Magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 darban ijaarsaa fi suphaa daandii kiilo… Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Daandiwwan Magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 darban ijaarsaa fi suphaa daandii kiilo meetira 435 raawwachuu beeksise. Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy qonnaan bultoota muffii malee hojjechuun lammiilee biyyattii soorrachiisan… Sifen Megersa Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad qonnaan Bultoota muffii malee halkanii guyyaa hojjechuun lammiilee biyyattii soorrachiisan…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan saddeetiif gufatee kan ture diriirsi sarara baaburaa lafarraa Awaash- Kombolchaa –… Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Kaffaltii beenyaatin wal qabsiisee baatiwwan saddeetiif gufatee kan ture diriirsi sarara baaburaa lafarraa Awaash- Kombolchaa - Gabaa Haaraa rakkichi…
Oduu biyya keessaa Proojektiin sagantaa nyaataa manneen barnootaa 500 hammate ifoome Sifen Megersa Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Dhaabbata Dargaarsa Daa’immanii waliin ta’uun Proojektii sagantaa nyaataa manneen barnootaa 500 hammatu ifoomsaniiru.…
Biiznasii Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajila baankii adda qopheessu ibse Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajilaa baankii adda qopheessu beeksiseera. Kunis intarpiraayzoonni kunneen hojii…
Oduu biyya keessaa Walitti dhufeenyi Yuunvarsiitii Adaamaa fi Humna Qilleensaa Ityoophiyaa giddu jiru ce’umsa… Sifen Megersa Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Walitti dhuufeenyi Yuunvarsiitii Adaamaa fi Humna Qilleensaa Ityoophiyaa giddu jiru ce’umsa teeknooloojiif carraawwan hedduu kan uumuu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayaa baqattootaa gara biyyaa deebi’an 140f carraa hojii uumuuf haala mijesse Obse Wakgari Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Haramayaa baqattootaa gara biyyaa deebi’an 140f carraa hojii uumuuf haala mijeessuu beeksise. Yuunvarsiitichi dhaabbata idil addunyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota Gamtaa Awurooppaa fi bakka buutoota biyyoota Awurooppaa waliin… Sifen Megersa Jan 27, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ambaasaaddaroota Gamtaa Awurooppaa fi bakka…