‘Dargaggoonni diinagdee biyyaa guddisuuf cimanii hojjechuu qabu’ Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Dargaggoonni diinagdee biyyaa utubuuf cimanii hojjechuu qabu jedhan Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…