Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumuramee gara hojiitti galamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa bara kana nagaan akka kabajamuuf qophiisaa xumuree gara hojiitti galuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…