Oduu biyya keessaa Reeffi Aagituu Guddataa Magaalaa Finfinnee gale Obse Wakgari Jan 12, 2021 0 Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Mastaawot Fayisaan durfamu aanaa Gachiitti hojiilee misoomaa adda addaa daawwate Wabi Fufa Jan 12, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli Koree Dhaabbii Dhimma, Dubartootaa, Dargaggootaa fi Daa'immanii Caffee Oromiyaa aadde Mastaawot Fayisaan durfamu aanaa Gachiitti hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru… Wabi Fufa Jan 12, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) -Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru daawwate. Gareen kun, dura taa'aa Koree Dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin 1 qabame Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin boba'aan 1 qabameera. Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa kunneena eeruu hawaasaan ganda…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraay deebisaanii dhaabuuf sagantaan qophaa’ee hojiitti galameera – obbo… Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duulli olaantummaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraay xumuramuu hordofee mootummaan naannicha deebisee dhaabuuf saganteeffatee gara hojiitti galuu itti…
Oduu biyya keessaa Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaa guddaa qaba – Ministeera… Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaan qabu olaanaa waan ta'eef kunuunsuu fi eeguun dhaloota dhufuuf dabarsuu akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 300 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 300 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Waajabila Faanaa Keeniyaatti barataan tokko abbaa, haadha fi miseensota maatii isaa shan ajjeesuu himame Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Barataan Yuunvarsiitii Keeniyaa haadha, abbaa fi miseensota maatii isaa biroo sadii walumatti shan ajjeesuu Poolisiitti hime. Miidiyaaleen Keeniyaa akka…
Oduu biyya keessaa Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni garee ABUT Finfinnee galan Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni olaanoon garee ABUT tibbana to’annoo jala oolaan Finfinnee galan. Preezdaantii duraanii…
Oduu biyya keessaa Koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa Proojektoota misoomaa magaalaa Jimmaa daawwatan Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Koreewwan Dhaabbii Caffee magaalaa Jimmaatti Proojeektota adda addaa birrii miiliyoona dhibba 2 oliin hojjetamaa jiran daawwatan.…