Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti hojiin misooma sululaa eegale Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Hojiin misooma sululaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaa ganda Fandee Ejersaatti guyyaa har’aa eegaleera. Itti aanaan bulchaa godinichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf sosochii baatii jahaaf turu eegale Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf sosochii baatii jahaaf turu guyyaa har’aa eegaleera. Sosochichi sababa dagachuutiin gara…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Liiban Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame. Sirna eebbaa kanarratti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waloo komishinaroota Poolisii federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa gaggeeffamaa… Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Yaa’iin waloo komishinarootaa 12ffaan Poolisii federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira. Yaa’ii waloo…
Oduu biyya keessaa Lammiilee godina Matakkalitti buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 9.2 walitti qabamu ibsame Obse Wakgari Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Lammiilee godina Matakkalitti buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 9.2 walitti qabamu koreen galii walitti qabu naannichaa beeksise. Naannichaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad deebiwwan paarlaamaaf laatan kan of keessaatti haammate kitaabni elektrooniksii… Obse Wakgari Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad deebiwwan paarlaamaaf laatan kan of keessaatti haammate kitaabni elektrooniksii ifoomeera. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Proojektii daandii Tulluu Boolloo – Keellaa Aspaaltii uwwisuun eegalame Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Kiiloo Meetira 80 kan dheeratu ijaarsi Proojektii daandii Tulluu Boolloo – Keellaa gara hojii Aspaaltii uwwisuutti ce’uu ibsameera. Kiiloo…
Oduu biyya keessaa Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti… Obse Wakgari Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira. Marii kun Liigii Dargaggoota…
Oduu biyya keessaa “Badhaasichi Raayyaan Ittisa Biyyaa gumaacha nageenya buusuu naannichatti taasiseef beekkamti kan… Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Iitaamaajoorii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaa mootummaa fi ummata jibuutii irraa kan laatamefi Niishaanii Olaanaa sadarkaa…
Idil Addunyaa Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen miidhaan qaqqabe Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 12 yoo darbu namoonni hedduun lafa jalatti awwaallamuu ibsame. Indooneezhiyaa, Jaavaa gara…