Oduu biyya keessaa Magaalichatti Feestivaalli aadaa guyyoota sadiif turu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dilbataa dhufurraa eegalee Feestivaalli aadaa guyyoota sadiif turuu namoota kuma dhibba 3 ol hirmaachisu gaggeemuufi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, waliin jireenyaa fi misoomaaf tumsaan yeroon… Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, Waliin jireenyaa, fi misoomaaf tumsaan yeroon hojjechuu qaban amma ta’uu Muummeen…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantaa Afrikaa 35ffaan Finfinneetti gaggeeffamuun injifannoo olaanaa argameedha –… Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota biyyoota miseensa Gamtaa Afriikaa magaalaa Finfinneetti akka gaggeefamuu murtaa’uun injifannoo guddaa gama dipploomaasiin argame…
Oduu biyya keessaa Dhibee beelladarraa namatti darbuu ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Dhibee beelladarraa namatti darbuu ittisuuf Ministeerri Fayyaa fi Qonnaa waloon hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Sadarka addunyaatti yeroo 6ffaaf,…
Balballoommii fi yaada Godina Gujiitti kurmaana 2ffaatti hojiin misooma bifa gaariin raawwatamuu ibsame Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Godina Gujiitti kurmaana 2ffaatti hojiin misooma bifa gaariin raawwatamuu ibsameera. Godina Gujiitti hojiiwwan kurmaana 2ffaatti raawwatamaan irratti…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree dhaabbii Ergamtoota Addaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan eegale Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree dhaabbii Ergamtoota Addaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan har’a eegalameera. Walga’ichi mata duree ‘sirna nyaataa Ardii Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Biirrii miiliyoona 15… Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Biirrii miiliyoona 15 fi akaakuu Birrii miiliyoona 5…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa raawwate Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artiisti gameessaa Oromoo Nuhoo Goobanaa raawwateera. Sirnicharrattis hoggantoonni hojii mootummaa Oromiyaa, ogeeyyiin…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa Ityoophiyaan tumsituu oolaantuu daldalaa keenyaati… Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Gamtaa Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa fi Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2022 karoora tumsa isaanii caalmaan guddisuuf dandeessisuurratti…
Oduu biyya keessaa Obbo Iristuu Yirdaaw Jigjigaa galan Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galan. Jilli obbo Iristuun durfamu kun…