Oduu biyya keessaa Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira. Feestivaalicharratti mariin…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin Guddina Barnoota Herrega Itoophiyaarrattii fuulleffatee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Guddina Barnoota Herregaa Itoophiyaa maal irra akka jiruu fi yaadama fuulduraa gosa barnooticharratti konfiraansiin fuulleffate Yuunvarsiitii…
Oduu biyya keessaa Biirichi proojektoota bishaan dhugaatii garaagaraa ijaaruuf dhaabbilee ijaarsaa waliin waliigale Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti ijaaruun hawaasaaf dhiyeessuuf…
Oduu biyya keessaa Baankonni invastimantii fi dhaabbileen idil addunyaa qabeenyaa isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa… Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Baankonni invastimantii fi dhaabbileen Idil addunyaa qabeenya isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa keessatti hirmaachuuf fedhii qaban argisiisaa…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Ikkuwaatooriyaal Giiniin damee albuudaa fi Invastimantiirratti waliin hojjechuuf… Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Ityoophiyaa fi Ikkuwaatooriyaal Giiniin damee albuudaa fi Invastimantiin waliin hojjechuuf haalota dandeessisanirratti mari’ataniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa obbo Dubbaalee Jaalleef sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Bulchaa Baankii Biyyaalessaa 7ffaa kan turan obbo Dubbaalee Jaalleef sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffameera. Sagantaa galii…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa Milkaa’ina Ijaarsa diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuu kan itti… Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Gamtaan Awurooppaa milkaa’ina ijaarsa diinagdee diijitaalaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera. Ministirri…
Teeknooloojii Bu’uuraale Misoomaa Teeknooloojii Infoormeeshin Koominikeeshinii haala ammayyeessuun… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Bu’uuraale Misoomaa Teeknooloojii Infoormeeshin Koominikeeshinii haala ammayyeessuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa kumni 28 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Baatiiwwan lamaan darabanitti lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 28 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Fayyaa Imaammata dhibee ittisuu fi fayyummaa mirkaneessuu bu’uureffate hojiirra oolchuun bu’aa jajjabeessan… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan imaammata dhibee ittisuu fi fayyummaa mirkaneessuu bu’uureffate hojiirra oolchaa jiraachuun dhibeewwan ittisuu fi to’achuurratti bu’aa…