Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 1017 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.…
Biiznasii Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabame Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiise. Baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Proojektiin lammiilee walitti bu’iinsaan miidhaman dandamachiisuu bu’aa qabeessa akka ta’u… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti proojektiin lammilee walitti bu’iinsaan miidhaan deebisanii dandamachiisuu bu’a qabeessa akka ta’uuf xiyyeffannaan hojjetamaa jiraachuu…
Idil Addunyaa Raashiyaan birmadummaa ishee akka kabachiiftu Chaayinaan deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Raashiyaan birmadummaa ishee akka kabachiiftu Chaayinaan deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu Preezidaantiin Chaayinaa Zhii Shiippiing…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu tajaajila geejiba lafarraa, irra deebiin jalqabuuf kan kaayyeffate… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu imaltootaaf tajaajila geejiba lafaarraa irra deebiin jalqabuuf kan kaayyeeffate mariin gaggeeffameera. Sudaanitti…
Teeknooloojii Magaalaa Asoosaatti Siimpoziyeemiin kalaqaa fi qorannoo gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz Magaalaa Asoosaatti qopheessummaa Ejansii Komunikeeshinii Odeeffannoo Saayinsii fi Teeknooloojiin Siimpoziyeemiin kalaqaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Daayrektara Sagantaa Nyaata Addunyaa fi Ministira Walta’iinsa Idil Addnyaa Siwiidiin… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqa Mokonniin, Daayrektara Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biyesle fi Ministira…
Oduu biyya keessaa Seerota ba’anii hanqina raawwii qaban sagal irratti qorannoon gaggeeffamuuf ta’uu eerame Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Jijjiirama hordofee seerota sagal hanqinaalee raawwii qaban irratti qorannoo gaggeessuun yaada furmaataa kan dhiyeessu gareen hundaa’ee hojiitti seenuun…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffan Bunni Ityoophiyaa milkaa’e Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a waaree dura taphatameen Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Adaamaa goolii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo balaan ibiddaa mudate Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo kan lafa hektaara saddeet uwwisee jirurra balaan ibiddaa qaqqabuun eerame. Balaan…