Waajabila Faanaa Haadha Rifeensa dheeraa addunyaa kanaa-Ashaa Maandeelaa Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ashaa Maandeelaan dheerinni rifeensa ishee meetira 33 yeroo ta’u galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofteetti. Hadhi rifeensa guduruu kun Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii kubbaa Miilaa ifooman Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Koree raawwachiiftuu filannoon erga ilaallamee booda Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii Kubbaa Miilaa fi Koreen Hojii raawwachiiftuu…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa marii biyyaalessaa gaggeessa jira Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Poolisiin Federaalaa koomishinarroota naannolee fi bulchiinsa magaalotaa kan hirmaachise marii biyyaalessa gaggeessaa jira. Marii kanarratti…
Fayyaa Lammiilee kuma 100’f tajaajilli wal’aansa bilisaa kennamuufi Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ministeerri Fayyaa lammiilee kuma dhibba 1’f tajaajila wal’aansa bilisaa kennuuf qophii xumuruu beeksise. Tajaajilichi mata duree “gaarummaa fayyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 845 oliin ijaaraman eebbisiifamaa jiru Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoota Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 45 oliin ijaaraman…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Mana Maree Ministiroota Yaa’a Laga Naayil biyyoota Baha Afrikaa gaggeeffamaa… Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Walga'iin Mana Maree Ministiroota Yaa'a Laga Naayil biyyoota Baha Afrikaa 34ffaan Taanzaaniyaa Daaree Salaamitti gaggeeffamaa jira Walga'icharratti…
Idil Addunyaa Balaa Ibidda Bosonaa Aljeeriyaatti muudateen lubbuun namoota 26 darbe Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Balaa Ibidda Bosonaa Kaaba Aljeeriyaatti muudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 26 darbuu fi hedduurra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera. Ministira…
Fayyaa Magaalichatti sagantaan guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraa hojiirra ooluufi Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waggoottan sadan dhufanitti sagantaa guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraan daa’imman kumni dhibbi 3 fi kumni 30 ol…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walisootti rasaasni kuma 3 fi 331 to’atame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti, rasaasni seeran ala dadabarfamaa ture kumni 3fi 331 kaartaa Isnaapeerii waliin to’atame. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Daangaan Magaalaa Finfinneefi GAONF fayyadamummaa waloof bu’uura kaa’a- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Daangaan Magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fayyadamummaa waloof bu’uura gaarii kan kaa’u ta’uu Pireezidaantii naannoo Oromiyaa…