Oduu biyya keessaa Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaan durfamu Jigjigaa gale Ayana Dheressa Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa gale. Jilichi wayita Jigjigaa gahu Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Waajiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame Ayana Dheressa Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Guyyaan alaabaa 15ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mooraa Waajiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti bakka hooggantoonnii fi hojjattoonni…
Idil Addunyaa Raashiyaan Kiyeevitti haleellaa diroonii raawwachuun gabaafame Debela Tadesse Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Raashiyaan Kiyeevitti haleellaa diroonii raawwachuun aanga’oonni magaalatti beeksisan. Haleellichi Xiyyaaraa namleessaa “Kaamkazee” jedhamuun…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa Idil Addunyaa waliin… Sifen Megersa Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa…
Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaa milkeessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame Debela Tadesse Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Adeemsi mariin biyyaalessaa akka milkaa’uuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame. Ministeerri Nageenyaa, Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviikii…
Oduu biyya keessaa Paakistaanitti Embaasiin Ityoophiyaa lammiilee paakistaan balaa lolaan midhamaniif deeggarsa taasise Debela Tadesse Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Paakistaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Jamaal Bakar Paakistaan Bulchiinsa Sindiitti lammiilee biyyattii balaa lolaan midhaman kuma 8’f deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Alaabaa dhiiga keenyaan kabachiifne dafqa keenyaa ol ni kaasna-TKM Ayana Dheressa Oct 17, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Alaabaa dhiiga keenyaan kabachiifne dafqa keenyaa ol ni kaasna jedhe Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa. Guyyaan Alaabaa 15ffaan guutuu…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwatan Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo waajjira isaaniin Magaalaa Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwataniiru. Warshichi Jiraattota…
Oduu biyya keessaa Qopheessitoonni Fooramii Xaanaa hirmaattota galateeffatan Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Qopheessitoonni Fooramii Xaanaa 10ffaa hirmaattota galateeffataniiru. Guyyoota sadiif Magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffamaa kan ture Fooramiin Xaanaa…
Oduu biyya keessaa Karoorri raawwii diinagdee gooroo kurmaana jalqabaa gamaaggamamaa jira Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka argamanitti gamaaggamni raawwii karooraa damee diinagdee gooroo kurmaana jalqabaa bara 2015 gaggeeffamaa…