Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattootaa fi barattootaaf beekamtii kenne Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattoota, barattootaa fi maxxansitoota bu'aa gaarii galmeessaniif beekamtii kenne. Sagantaa beekamtii kennuu…
Oduu biyya keessaa Embaasiin Chaayinaa magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Embaasiin Chaayinaa meeshaalee elektirooniksii fi tajaajilaa garaagaraa hojiimaata magaalichaa cimsan deeggarsa taasisuu ibsame. Deeggarsi embaasichi…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabatti gurgurtaan humna elektirkii Birrii biiliyoona 5 olii gaggeeffamuun ibsame Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Kurmaana jalqabaa bara 2015’tti gurgurtaa anniisaa elektirikii biyya keessaa fi alaatti gaggeeffameen gurgurtaan Birrii biiliyoona 5.151 gaggeeffamuu Humni…
Oduu biyya keessaa Gamtichi manneen barnoota sababa waraanan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa manneen barnoota sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruu fi nyaata barattootaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 33 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne. Deeggarsicha Ministirri…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Arsii Lixaatti qamadii misoomaa jiru daawwate Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Jilli Sadarkaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen Durfamu Godina Arsii Lixaatti qamadii Jallisii boneen oomishamaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol marsaa lamaan gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa waliigaltee Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteesseera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni koomishinichaa deeggarsa fe’an Maqalee ga’an Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Konkolaattonni Koomishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa fe’an Maqalee ga’uu dhaabbatichi beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Dhangaalee misoomaa” gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Maaddii Madaallawaa” gaggeeffameera. Saganticharratti Ministira Ministeera Jallisiifi Naannawaa…