Oduu biyya keessaa Gatii boba’aarratti daballiin taasiifame Sifen Megersa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiwwan arfan darban gatiin gurgurtaa boba'aa sadarkaa addunyaatti daraan dabaluu hordofee gatiin gurgurtaa qinxaaboo dabaluu ibsameera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Beenishaanguul Gumuzitti qaamoleen Hidhannoon socho’aa turan hojii misoomarratti… Sifen Megersa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti qaamoleen Hidhannoon socho'aa turan kumni 1 ol hojii misoomarratti bobba'uuf ta'uu himameera. Hidhattoonni karaa nagaan…
Teeknooloojii Yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman keessaa %97.7 fashalaa’uu ibsame Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 9 darbanitti yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman kuma 5 fi 856 keessaa %97.7 fashalaa’uu Bulchiinsi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti hidhaarra jiran kuma 4 fi 500 dhiifamaan akka gadi… Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti hidhaarra jiran kuma 4 fi 500 dhiifamaan akka gadi lakkifamaniif waliigalteerra ga’amuu Imbaasiin Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa itti gaafatamummaa biyyaalessaa itti laatame ba’achuu… Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Humni qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa itti gaafatamummaa biyyaalessaa itti laatame ba’achuu danda’urratti kan argamu ta’uu Ajajaa olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin miseensota diyaaspooraa waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan… Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) –Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministeerri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin miseensota diyaaspooraa waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa daawwatan Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa daawwataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Raayyaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Mattuutti yaa’iin qorannoo gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Mattuutti yaa’iin qorannoo 6ffaan gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi mata duree “qorannoo beekumsa biyya keessaan wal simsiisuun guddina…
Ispoortii Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hayyootaa marii biyyaalessaa bu’aa qabeessa taasisuuf kaayyeffate gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii hayyootaa marii biyyaalessaa bu’aa qabeessa taasisuuf kaayyeffate Yuunvarsiitii Asoosaatti gaggeeffamaa jira. Rakkoo Ityoophiyaa…