Biiznasii Baatii Bitootessaa Galiin Birriin Biiliyoonni 27.1 walitti qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii Baatii Bitootessaa 2014 galii Birrii Biiliyoonni 27.1 walitti qabuu beeksiise. Baatii kana galii Birrii…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti damee albuudaatiin namoota kuma 15 oliif carraan hojii uumame Obse Wakgari Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti damee albuudaarraa galiin Birrii miiliyoona 7 olii fi carraan hojii namoota kuma 15 oliif uumamuusaa ibsameera. Fooramii Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni “Imagine One Day International” Godina Gujiitti lammiilee hongeen… Obse Wakgari Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Dhaabbanni "Imagine One Day International" Godina Gujii aanaa Liibanitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera. Dhaabbatichi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Diyaaspooraawwan sagantaa ‘Iid hanga Iid’n gara biyyaa dhufan keessummeessuuf sochiin eegalame Sifen Megersa Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Diyaaspooraawwan waamicha sagantaa ‘Iid hanga Iid’ fudhachuun gara biyyaa dhufan keessummeessuuf sochiin eegalamuu Ministeerri Turizimii…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultootaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf adeemsi xaa’oo biyyoo buufatarraa geejjibsiisuu… Obse Wakgari Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Qonnaan bultoota Ityoophiyaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf hojiin xaa’oo biyyoo geejjibsiisuu saffisaa jiraachuu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 300 raggaasise Obse Wakgari Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa lammiilee Ityoophiyaa sababa walitti bu’iinsaan miidhamaan deebisee ijaaruuf proojektii qophaa'eef kan oolu deeggarsa doolaara Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Manni Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 43… Sifen Megersa Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Komishiniin Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa…
Oduu biyya keessaa tyoophiyaatti tattaaffii Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf taasiifamu Kaanaadaan… Sifen Megersa Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf tattaaffii taasiifamu kan deeggartu ta’uu Kaanaadaan ibsite.…
Idil Addunyaa Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite fudhatama… Sifen Megersa Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite himannaa bu’uura hin qabne jechuun kuffifte.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuufi Obse Wakgari Apr 13, 2022 0 Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuuf ta’uu Ejansiin Galmeessaa fi Mirkanneessa Lafaa magaalichaa beeksise. Hojiin…