Oduu biyya keessaa Daabboon Shaggar Boru gabaaf dhiyaachuu ni eegala jedhame Sifen Megersa Mar 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Daabboon Shaggar Boru gabaaf dhiyaachuu kan eegalu ta’uu Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan. Aadde…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa jiraattota waliin… Ayana Dheressa Mar 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa jiraattota magaalaa Dirree Dawaa waliin dhimmoota garaagaraarratti…
Oduu biyya keessaa Godinni Horroo Guduruu Wallaggaa godina Harargee Bahaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa… Ayana Dheressa Mar 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Godinni Horroo Guduruu Wallaggaa godina Harargee Bahaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 370 taasiseera.…
Fayyaa Ameerikaan deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Ityoophiyaaf taasistu kan itti fuftu ta’uu ibsite Ayana Dheressa Mar 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa garaagaraa Ityoophiyaaf taasistu kan itti fuftu ta’uu ibsite Deeggarsi talaallii Vaayrasii Koroonaa…
Oduu biyya keessaa Faransaay deeggarsa hunda galeessa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Sifen Megersa Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Faransaay deeggarsa hunda galeessa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta'uu beeksiifte. Gorsaan Mana Maree Federeeshinii fi itti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Paartii Badhaadhinaa gurmaa’iinsa paartichaa kan cimsu ta’a –… Sifen Megersa Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Yaa'iin Paartii Badhaadhinaa gurmaa'iinsa paartichaa kan cimsu ta'a jedhan Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Dooktar Alamuu Simeen. Yaa'ichi…
Oduu biyya keessaa Yakkoota daangaa ce’aan ittisuuf Komishiniin Poolisii Federaalaa oppireeshinii foyya’aa akka… Obse Wakgari Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Komiishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayreektara waajjira qorichoota…
Oduu biyya keessaa Sirni badhaasaa Odaa Awaard marsaa 5ffaan gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Sirni badhaasaa Odaa Awaard marsaa 5ffaa Hoteela Sharaatan Addiisitti gaggeeffamaa jira. Badhaasa waggaa 5ffaa kanaan hojiilee Aartii Muuziiqaa,…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti boba’aan barmeelli 14 ol too’atame Obse Wakgari Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti boba’aan barmeelli 14 ol too’atamuu waajjirri poolisii magaalichaa himeera. Tibbana…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti namoonni garee fi dhuunfaan konkolaattoota hataa turan to’annaa jala oola Obse Wakgari Mar 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni garee fi dhuunfaan konkolaattoota hataa turan 21 qorannoo fi sakattoo taasifameen to’annaa jala ooluu Poolisii…