Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu magaalaa Jigjigaa gale Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Jilli Ministirootaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu magaalaa Jigjigaa galeera. Jillichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti daldaltoonni Zayita nyaataa fi meeshaalee dheedhii biroo seeraan ala dhoksanii… Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoonni Zayita nyaataa fi meeshaalee dheedhii biroo seeraan ala dhoksanii fi godaansisaa turan to'atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii ijaarsisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii iddoolee hedduutti ijaarsisaa ture har'aa eebbisiiseera. Sirna eebbaa kanarratti Kaantibaan…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay’isuun shakkaman 2 to’ataman Sifen Megersa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay'isuun shakkaman 2 to'atamaniiru. Namoonni dhuunfaan kunneen lammiilee Naayijeeriyaa fi…
Oduu biyya keessaa Ibsa Humna Waloo nageenyaarraa laatame Sifen Megersa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa FDRI haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Humni Waloo Nageenyaa FDRI ummata magaalaa Finfinnee ayyaanoota idil addunyaa,…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waliin ta'uun hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah guyyaa kaleessaa addunyaa kanarraa du’aan boqochuu …
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii hojjetamaa… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Oromiyaatti qonna irkattummaa roobaarraa jalaa baasuuf baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii giddugaleessaa fi…
Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbilee siiviilii hawaasaarraa… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbileen siiviilii hawaasaa ga’ee olaanaa isaanirraa eegamu akka ba’ataniif…
Oduu biyya keessaa Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hoggantoota koolleejjootaa poolii teekinikaa Oromiyaa gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hojjiira oolmaa hojmaata KAIZEN hoggantoota koolleejjootaa poolii tekinikaa naannoo Oromiyaa gaggeeffameera.…