Oduu biyya keessaa Obbo Agaanyaw Tashaagar Yaa’ii Aseekaarratti hirmaachuun Raabaat galan Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Agaanyaw Tashaagar Yaa’ii Aseekaarratti hirmaachuun Morookoo Raabaat galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa Lammilee Godina Booranaa Sababa hongeen miidhamaniif deeggersa akkaakuu… Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Baatuu Lammilee Godina Booranaa Sababa Hongeen miidhamaniif deeggersa Midhaan Nyaataa Birrii miiiliyoo 3 gumaacheera.…
Oduu biyya keessaa Meeshaan kontirobaandii Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu to’annaa jala oole Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Naannoo Somaaleetti sanada sobaatiin gara giddugaleessa biyyaa seenuuf kan ture meeshaan kontirobaandii Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu to’annaa…
Oduu biyya keessaa Qaamni hundi gaaga’ama Yuukreenii qabanneessuuf gochawwan waldhabdicha hammeessanirraa of… Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti uumame qabanneessuuf qaamoleen hundi gochaa walitti bu’iinsa babal’isanirraa of qusachuu akka…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu hojiilee Misooma Qamadii jallisii bonee daawwate Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Jilli Preezdantii Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo durfamu hojii misooma Jallisii Qamadii Boonee dawwateera. Naannawa Hawaasa fi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa tarkaanfiiwwan fudhataa jiru rakkoo biyyatti keessaa jiru ni… Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa tarkaanfiiwwan fudhataa jiru rakkoo biyyatti keessaa jiru ni tasgabbeessuu jechuun Chaayinaa ibsiteetti. Dubbi Himaan…
Oduu biyya keessaa Paartiileen Siyaasaa marii waloo gaggeessaa jiru Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Paartiileen Siyaasaa dhimmoota adda addarratti marii waloo gaggeessaa jiraachuu ibsameera. Marichaanis, paartilee siyaasa morkattoota garagaraa…
Oduu biyya keessaa Iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti… Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee aanaa 10 iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa kaleessa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu…
Idil Addunyaa Raashiyaan Humna waraanaan Magaalaa Yuukreen Keersan to’atte Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Raashiyaan Duula addaa Yuukreenirratti gaggeessaa jirtu guyyaa 7ffaan magaalaa Keersan to’achuu beeksiifte. Waraanni Raashiyaa…
Fayyaa Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi… Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf Ministeera Fayyaa waliin hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi galateeffannaa…