Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Jigjigaa gale Obse Wakgari Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)-Jilli Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichaan preezdaantitti dabalatee itti aantuu…
Oduu biyya keessaa Manneen barnoota miidhaan irra ga’ee fi barbada’aan deebisanii dhaabuuf Birrii biiliyoona 100 ol… Obse Wakgari Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti waraanaa fi sababoota garagaratin manneen barnoota miidhaan irra ga’ee fi barbada’aan deebisanii dhaabuuf Birrii biiliyoona 100 ol akka…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan milkaa’inaan xumuramee hirmaattonni nagaan gara… Ayana Dheressa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan milkaa’inaan xumuramee hirmaattonni yaa’ichaa nagaan gara biyyasaaniitti deebi’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa 35ffaarratti hirmaachaa turan gaggeeffaman Sifen Megersa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa 35ffaarratti hirmaachaa turan gaggeeffamaniiru. Preezdaantiin Soomaliyaa Mahaammad…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Wiixatni har’a biyyasaaniitti ayyaana injifannoo akka ta’u… Obse Wakgari Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Wiixatni har’a biyyasaaniitti ayyaana injifannoo akka ta’u murteessaniiru. Preezdaantiichi gareen biyyoolessaa…
Teeknooloojii Bara kana dhaabbileen mootummaa 400 tajaajila ‘online’ akka laataan hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) - Bara 2014 dhaabbileen mootummaa 400 tajaajila ‘online’ akka laataan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii Eevaariistee Daayishiimiiyee waliin mari’atan. Marisaaniitiin haala hariiroo fi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa investimantii Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamte Obse Wakgari Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa inveestimantii 2022 Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamteetti. Dandeetti investimantii cimaa fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota garaagaraa yaa’icharratti hirmaatan waliin… Ayana Dheressa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaatan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa gara biyya isaaniitti deebi’an.…