Ispoortii Seeneegaal shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 33ffaa taate Sifen Megersa Feb 7, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaa halkan kana Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal Ijipti rukkuttaa adda bahiinsan injifachuun…
Oduu biyya keessaa Dura taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Muummee Ministiraa Abiy Ahimad galateeffatan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Dura taa'aan yeroo Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal yaa'iin Gamtaa Afrikaa milkiin akka gaggeeffamu tattaaffii taasiisaniif Muummee…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Paatiriiyaariik Abunee Maatiyaas waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paatiriiyaariikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Abunee Maatiyaas waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hirmaattoonni gara biyya… Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Yaa'iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hoggantoonni yaa'icharratti hirmaataan gara biyya isaanii deebi'aa jiraachuu ibsameera.…
Idil Addunyaa Humnoonni Siyaasaa Sudaan IGAD akka mariisiisu fedhii agarsiisuu ibsame Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Humnoonni Siyaasaa Sudaan Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa akka mariisiisu fedhii agarsiisuu barreessaa olaanaan dhaabbatichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin akka… Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Yaa'iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaan karaa nagaa fi milkiin akka xumuramu gumaacha taasiisan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaant Uhuuruu Keeniyaataa fi Maakii Saal waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa fi kan Seeneegaal Maakii Saal waliin dhimmoota waloo garaagaraarrati …
Oduu biyya keessaa Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu ibsame Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise. Sababa haala…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii… Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaan dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban…
Oduu biyya keessaa Waldaan Abukaatotaa Naannoo Oromiyaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggersa taasise Sifen Megersa Feb 6, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Waldaan Abbukaatotaa Naannoo Oromiyaa, horsiise bultoota godinaalee Oromiyaa hongeen miidhamaniif deeggersa Birrii miiliyoona 2 fi Kuma dhibba 1 ol…