Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qormaanni kutaa 12ffaa laatamaa ture xumurame Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Qorumsi biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 yeroo kennametti sababa nageenyyaan booddeetti hafuun Amajjii 24 -27, 2014 laatamaa ture xumurame.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 23tti tilmaamaman to’ataman Ayana Dheressa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Guyyoota 2 darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 23tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Lammiilen Ityoophiyaa 80 Libaanos irraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Lammiilen Ityoophiyaa sanada seeraa malee biyya Libaanos turan 80 gara biyyaa deebi’uu ibsame. Waajjirri Qonsilaa FDRI Libaanositti waajjira…
Idil Addunyaa Ministiroonni Alaa Chaayinaa fi Raashiyaa Beejiingitti mari’atan Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Zhiin gita isaanii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin Beejiingitti dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan Walloo, Maqdallaa Ambaa fi Waldiyaa baatii Guraandhalaa keessa hojii ni eegalu-… Ayana Dheressa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiiwwan Walloo, Maqdalaa Ambaa fi Waldiyaa garee shororkeessaan saamamanii fi barbadaa’anii turan jalqaba baatii Guraandhalaa keessa barattoota…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaa jiru Ayana Dheressa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa guyyaa boruu eegalu irratti hirmaachuuf hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa'ii Gamtaa Afrikaaf Finfinnee galaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Arsii Lixaa ummata Booranaa hongeen midhaaniif deeggarsa taasiisan Ayana Dheressa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii Lixaa ummata Booranaa hongeen midhaaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaa kuma 1 fi 700 ol taasiisan. Midhaan nyaataa…
Oduu biyya keessaa Kaameeruun Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Kaameeruunii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Ijipti rukkuttaa bilisaan injifachuun tapha Waancaaf…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru. Yaa'iin hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru. Yaa'iin…