Teeknooloojii Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa’elaa dabalataa furgugsuu taasifte Sifen Megersa Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa yaalii Misaa’eela dabalataa Furgugsuu taasisuu dhaga’ame. Piiyoongiyaangi qarqala Galaanaa Baha Biyyattiitti Misaa’eela…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Arbaan aanaa Hanruukitti hojiilee misoomaa qonnaa daawwatan Ayana Dheressa Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Jilli Pireezdaantii naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan durfamu godina Gabii Rasuu aanaa Hanruukitti hojiilee misoomaa qonnaa daawwateera. Obbo Awwal…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa Meejar Awuppoo Jeesiyaa Rooz Iippel waliin mari’ataniiru. Marii isaaniinis…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandha 13, 2015 (FBC)- Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii kenneera. Sirni beekkamtii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa… Ayana Dheressa Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa bara barnootaa 2014’tti qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa galmeessisaniif beekamtiin kennamuu…
Biiznasii Daballiinni gatii mul’ate yeroo muraasa booda furmaata ni argata – BDO Sifen Megersa Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Meeshaalee Bu’uuraa Qamadiirraa Oomishamanirratti daballiin gatii mul’ate yeroo muraasaan booda furmaata waaraa kan argatu ta’uu Biiroon Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa ibse Ayana Dheressa Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Yaa’iin Idilee Mana Maree Raawwachiistotaa Gamtaa Afrikaa 42ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirra oolchuu… Debela Tadesse Feb 19, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa Ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirraa oolchuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Ispoortii Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Naannoon Oromiyaa sadarkaa 2ffaan xumure Debela Tadesse Feb 19, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bakka bu'uun Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Taanzaaniyaatti gaggeeffamerratti kan hirmaate Naannoon Oromiyaa Koorniyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaan Shororkeessummaarratti qabsaa’uuf waloon hojjechaa jiru-Ministira Dhimma… Debela Tadesse Feb 19, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan shororkeessummaarratti qabasaa’uuf waloon hojjechaa jiraachuu Ministirri Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshir Omaar Huruusii ibsan.…