Biiznasii Hangi Warqee Baankii Biyyaalessaa galuu hir’isuu ibsame Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa oomishtoota mala aadaan warqee oomishaniifi dhaabbata ooomisha Warqee Miidrook Laga Danbii irraa warqeen haalaan isa qaqqabaa kan hin…
Ispoortii Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 umrii 20 gadiin Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa… Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa umrii 20 gadii Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamerratti fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa bahuun…
Oduu biyya keessaa Godinichatti humnoonni hidhatan waamicha mootummaa fudhachuun gara deebi’an Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Gareen Hidhattootaa Naannoo Beenishaangul Gumuz godina Matakkal aanaa Daangur keessa socho’an waamicha mootummaa fudhachuun gara mariitti seenuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Godaantota Ityoophiyaa Jibuutii jiran deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen godaantota Ityoophiyaa Jibuutii jiran deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Turki hariiroosaanii daran cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Turki hariiroo qaban darana cimsuuf waliigaluu ibsame. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa qondaaltota waraanaa olaanoof manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kenne Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa Manneen waliin jireenyaa qondaaltota waraanaa olaanoof ijaarsise carraan dabarsee kennuu ibsame. Sagantaan carraa…
Idil Addunyaa Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa Kireemiliin balali’aa turan haleeluu beeksifte Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa teessoo mootummaa Raashiyaa balali’aa turan haleeluun kuffisuu beeksifteerti. Dirooniwwan kunneen magaala…
Oduu biyya keessaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisee ijaaruuf hojii hojjechaa jiru cinatti rooba argame fayyadamuun hojiilee misooma qonnaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa – Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa - Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf…