Ispoortii Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera. Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11,…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti miseensonni IGAD ejjennoo walfakkaataarraa ga’uun eerame Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Jibuutiitti yaa’iin Dhaabbata Misooomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) gaggeeffameerratti rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti biyyoonni miseensa…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbii siyaasa quubsuma naannawaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbiin siyaasa quubsuma naannawaa, hiikaa nageenya biyyaalessaa Ityoophiyaaf qabu irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa 6ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Daayrektara Olaanaa Gabaa Kaappitaalaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Giriik Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirraatti bobba’uuf fedhii qabaachuu… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ittaanaan Komishinaraa Komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Daani’eel Tarreessaa abbootii qabeenyaa Giriik waliin marsariitiin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo daldalaa fi invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabdi –… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hariiroo Daldalaa fi Invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 803 keessaa dhaabbileen kuma 127 ol seeraan alaa ta’uun… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 800 ol irratti to'annoo gaggeeffameen dhaabbileen kuma 127 ol seeraan ala ta'uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis hawaasni tajaajila Lammummaarratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessan Sifen Megersa Jun 14, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Tajaajilli Lammummaa tarkaanfilee hoggansi jijjiiramaa ummata gara duudhaa Sirna Gadaatti deebisuuf qabatee socho’aa tureefi socho'aa jiru ta'uu…
Oduu biyya keessaa Guddina diinagdee Afrikaa fi Eeshiyaaf tumsi dargaggootaa cimsuu qaba – Dooktar Ergoogee… Sifen Megersa Jun 14, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Afrikaa fi Eeshiyaatti guddinni diinagdee saffisaa ta'e akka galmaa'u dargaggoonni tumsa cimsuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dargaggootaa fi…
Teeknooloojii Diijitaala Ityoophiyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jira – Dooktar… Sifen Megersa Jun 14, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) –Jijjiirama biyyaalessaa hordofee damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiif xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…