Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 24ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa walga’ii…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojii duumessa misoomsuun bu’aan milkaa’aan galmaa’uun ibsame Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Diroonii fayyadamuun, jenereetara lafa fi to’annoo fageenyaa fayyadamuun yaaliin teeknooloojii duumessa roobsisuu taasisfame bu’aa qabeessa ta’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Naannawaaleen daangaa Oromiyaa fi Somaalee shororkeessaa Shanee jalaa walaboomuun ibsame Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Miseensonni garee shororkeessaa Shanee bakkoota bal’inaan keessa socho’aa turan naannawaaleen daangaa Oromiyaa fi Somaalee garicha jalaa walaboomuu…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa sanada waliigaltee “Waadaa Jaagol” jedhamu mallateesse Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa waajjiraalee damee naannolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin sanada waliigaltee "Waadaa Jaagol" jedhamu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan tumsi Saayinsii fi Teeknooloojiin qaban cimee itti fufu qaba jedhame Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan tumsa damee saayinsii fi teeknooloojiin qaban cimsaanii itti fufu akka qaban Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii ibse.…
Teeknooloojii Dhaabbanni ‘Meta’ hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansiif leenjii kenne Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Dhaabbanni ‘Meta’ fayyadama teeknooloojii Artifiishaal Intalajansii irratti muuxannoo horateen hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansii…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa “Badhaasa Tuuriizimii” 3ffaa gaggeessuuf Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Koomiishiniin tuuriizimii Oromiyaa “Badhaasa Tuuriizimii Oromiyaa” marsaa 3ffaa gaggeessuuf akka jiru beeksise. Sagantaan Badhaasaa kunis dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Komishinar Laliseen Hoggansa Boordii Misooma Dinagdee Singaappoor waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimanti Itiyoophiyaa Laalise Namee fi Hojii Gaggeessaa Olaanaan Koorporeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Akiliiluu…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa meeshaalee kontroobandii Birrii biiliyoona 11’tti tilmaamaman akka to’ataman… Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Poolisiin Federaalaa meeshaaleen kontiroobandii Birrii biiliyoona 11’tti tilmaamaman akka to’ataman taasisuu ibse. Qajeelchi Waliigalaa Ittisa Yakkaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Konfederreeshinii Waldaalee Hojjettoota Itiyoophiyaa waliin marita’an Debela Tadesse Aug 30, 2023 0 Finfinnee, hagayya 24, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Doktar Abiy Ahimad Hoji Gaggeessitootaa Konfedereshinii Waldaalee hojjettootaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru. Mariin…