Oduu biyya keessaa Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa waame Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaarratti labse qoratee murtoo dabarsuuf walga’ii…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii lixaatti gaagurri ammayyaa kumni 25 Qonnaan bultootaaf raabsame Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Godina Gujii lixaatti Gaagurri ammayyaa oomishaa fi oomishtummaa dammaa dachaan guddisuu danda’u kumni 25 fayyadamtootaaf raabsaamuu waajjirri qonnaa…
Ispoortii Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhataa jiru Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhachaa jiraachuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa beeksiseera. Koorniyaa…
Biiznasii Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwatan Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa zhaa’oo Zhiiyuu’anii fi Abbootiin qabeenyaa biyyattii Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwataniiru. Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Godina Baaleetti lafa heektaara kuma 516 keessaa % 63 deeggarsa meekaanaayizeeshiniin kilaastaraan… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Godina Baaleetti oomishtummaan qonnaa guddisuu meekaanaayizeeshiniin Qonnaa hojiirra oolaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa rakkootti kenna tajaajilaa madda komii hawaasaa turee fi ammas rakkoo bulchiinsa gaarii… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo kenna tajaajilaa madda komii hawaasaa ta’ee turee fi ammas rakkoo bulchiinsa gaarii ta’aa jiru furuuf hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen bakka bu’aa dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad bakka bu’aa dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa (USAID) Iskoot Hooklaadaar waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Alaa Rippaabliika Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Riippaabliika Kooriyaa Kibbaa Paark Jiin waliin dhimmoota hariiroo waloorratti…
Oduu biyya keessaa Ruwaandaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti – Ambaasaaddar Charlas Kaaraanbaa Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Ruwaandaan hariiroo waloo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Charlas Kaaraanbaan ibsan.…
Idil Addunyaa Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 41 darbe Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Odola Xaaliyaanii Laampeeduusaatti Bidiruun dhidhimuun lubbuun Godaantoota 41 darbuu ibsameera. Bidiruun godaandoota feetee Tuuniziyaa Sifaaksii ka’uun…