Dilbiiwwan Hawwata Tuurizimii Oromiyaan qabdu misoomsuun diinagdee keenya bu’uura cimaa irratti…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa dilbiiwwan hawwata tuurizimii Oromiyaan qabdu misoomsuun diinagdee keenya bu’uura cimaa irratti ijaarra jechuun ibseera.…