Mootummaan yeroo mara dhimma kamuu karaa nagaan furuuf qophiidha-Obbo Tasfaayee Beeljigee
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)-Mootummaan yeroo mara dhimma kamuu karaa nagaan furuuf qophii ta’uu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa Olaanaa Mootummaa Obbo Tasfaayee…