Abbaan Taayitaa Qabeenyaa Sammuu eeyyama kuma 1 fi 585 kenne
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Qabeenya Sammuu Itiyoophiyaa eeyyama mallattoo daldalaa, Mirga Abbummaa, galagalchaa fi kanneen biroo walqabatan kuma 1 fi 585 kennuu ibse.…