Idil Addunyaa Raashiyaan yaalii niwukilaraa taasifte Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)- Raashiyaan shaakalaa misaa’elaa niwukilaraa baatuu taasisuu Kireemiliin beeksifte. Yaalichis hoggansi loltummaa Moskoo fi qophaa’ummaa humnoota…
Idil Addunyaa Ameerikaa magaalaa Lewistoniitti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ameerikaa magaalaaa Lewiston, bulchiinsa Mee'in keessatti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefamuu Poolisiin biyyattii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Raawwiin hojii Kilaastara Bulchiinsaa fi Horataalee Mootummaa Oromiyaa gamaaggamame Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)- Raawwiin hojii baatiiwwan sadan darbanii Kilaastara Bulchiinsaa fi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa gamaaggamame. Waltajjii…
Oduu biyya keessaa Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Kilaastera Bulchiinsaafi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa… Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Kilaastera Bulchiinsaafi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Itti aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan baqattootaa fi Kolagaltoota miiliyoona 1 oliif eegumsa taasiisaa jirti jedhame Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Godaantootaa Idil Addunyaaf kan dhiyaatu waadaalee 6 raggaasifte. Yaa’iin Godaantoota Idil Addunyaa Baatii Muddee 2023…
Oduu biyya keessaa Sirni kabajaa Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Nagaan xumuramuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti Sirni Kabajaa Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116'ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa Ittisaa qormaata gara injifannootti jijjiiru qabduudha -TKM Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) –Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa abbaa seenaa dheeraa fi seenaa sanarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan… Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Abbaa seenaa dheeraa fi Seenaa sanarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan ijaaruudhaa jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa Biyyaa kabachiisuu fi nageenyaa amansiisaa ijaaruuf Raayyaa ga’umsaa cimaa qabu ijaaraa… Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) –Birmadummaa Biyyaa kabachiisuu fi nageenyaa amansiisaa ijaaruuf Raayyaa ga’umsaa cimaa qabu ijaaraa jirra jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan humnaa fi weeraraan fedhii milkeeffattu tokkollee hinqabdu-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan humnaa fi weeraraan fedhii ishee milkeessitu tokkollee akka hinqabnee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mirkaneessan.…