Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa Marsaa 3ffaan xumurame Debela Tadesse Oct 25, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC)-Mariin gamsadee Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan Ijibti Kaariyootti gaggeeffamaa ture xumurameera. Dursaan Jila Mari'attootaa…
Oduu biyya keessaa Humni Waloo Nageenyaa kabaja guyyaa Raayyaa Itisaa 116ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila… Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan mata duree 'Raayyaa Injifataa wayita Qormaata dandamatu' jedhuun Finfinnee Addabaabayii Masqaalaatti ni kabajama.…
Oduu biyya keessaa Jarman tumsa Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu ibsite Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Jarman tumsa dippiloomaasii fi Diinagdee Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjettu ta'uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarman…
Oduu biyya keessaa Bakka Raayyichi socho’u hundatti deeggarsi ummataa cimaan akkuma itti fufetti jira –… Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Iddoolee Raayyaan Ittisaa biyya tiksuuf socho'u hundatti deeggarsi Ummataa cimaa ta'e jiraachuu Ajajaa Olaanaan Qajeelcha ajaja Kibbaa Leetanaal…
Oduu biyya keessaa Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyaa Ittisaaf tumsa taasiisaniif beekkamtiin kenname Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyan Ittisaa Biyyaa FDRI’f tumsa taasiisaniif beekkamtini kenname. Guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Hojii Uumtoota haaraaf haala mijataa uumuuf kan kaayyeeffate Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa…
Waajabila Faanaa Konkolaachisaa Birrii imaltoonni gatanii bu’an kuma 93 abbaaf deebise Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Konkolaachisaan tajaajila geejjibaa laatu Birrii imaltoonni gatanii bu’an kuma 93 Poolisii waliin abbaaf deebiseera. Guyyaa…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 245tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 245tt olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Komishinichi hordoffii Onkololeessa…
Idil Addunyaa Qarqara Galaanaa Kaaba Jarmanitti dooniwwan walitti bu’uun namoota hedduurra miidhaa qaqqabsiisuu… Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Qarqara Galaanaa Kaaba Jarmanitti Dooniwwan meeshaalee fe’an lama walitti bu’uun namoonni hedduun achi buuteen isaanii dhabamuu ibsameera. Ganama…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ameerikaa fi Itiyoophiyaa caalmaatti cimsuuf ni hojjetama – Obbo Dammaqaa Makonniin Sifen Megersa Oct 24, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Jee Maasiingaa waliin…