Oduu biyya keessaa Irreechi yeroo 3ffaaf Magaalaa Asoosaatti kabajame Debela Tadesse Oct 22, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Yeroo Sadaffaaf Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz, Magaalaa Asoosaatti kabajameera. Ayyaana Irreechaa Magaalaa…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii walakkaa Vaaleenshiyaan Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’an Debela Tadesse Oct 22, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’uun xumuraniiru. Fiigichichaarratti…
Oduu biyya keessaa Midhaan dheedhii fi zayiitaa kuntaala miiliyoona 34 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jira-Pir.… Debela Tadesse Oct 22, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Bara omishaa 2015/16 lafa hektaara miiliyoona 2.6 ol irratti inisheetiivota misooma midhaan dheedhii fi zayiitaan oomisha kuntaala miiliyoona 34 fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti fooyyessi sa’aatii taasifame Debela Tadesse Oct 22, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)-Naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa'aa dhufuurraan daangessi sa'aatii kaa'amee ture fooyyeffamuu Komaandi Postiin beeksise. Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan haleellaa keessaa fi alarraa aggaamamu fageenyarratti fashaleessu ijaaramaa jira-L/J Yilmaa… Debela Tadesse Oct 22, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Raayyaan haleellaa keessaa fi alarraa Itiyoophiyaarraatti aggaamamu fageenyarratti fashaleessu ijaaramaa jiraachuu Ajaaja Olaanaan Humna Qilleensaa…
Ispoortii Cheelsii 2 – 2 Arsenaal Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Darbiin Landan qixaan xumurame. Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaa har'a taphatameen darbiin Landan qixaan yoo xumuramu,…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti lafa qamadii jallisiin misoomsuuf qabame keessaa hanga ammaatti lafti heektaarri… Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Godina Jimmaatti bara 2016 lafa heektaara kuma 400 irratti qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti heektaarri kuma 52…
Fayyaa Mallattoon Dhibee Utaalloo fi Infiluweezaan mul’ataa jiru akka hin babal’anne hawaasni… Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Mallattoon Dhibee Utaalloo fi Unfiluweezaa iddoolee garaagaraatti mul'ataa jiru akka hin babal'anni hawaasni of eeggannoo taasiisuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Jala Bultiin Irreecha Malkaa Asoosaa marii Paanaalii fi sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Jala bultiin Irreecha Malkaa Asoosaa Marii Paanaaliifi sagantaa garagaraatiin magaalaa Asoosaatti kabajamaa jiraachuu ibsameera. Irreechi ayyaana…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kibba Lixaatti jallisii boneen Qamadii lafa hekteera kuma 105 irratti misoomsuuf facaasaan… Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Godina Shawaa Kibba Lixaatti jallisii boneen Qamadii lafa hekteera kuma 105 irratti misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera. Inisheetiivii Misooma…