Oduu biyya keessaa Paarkiin Teekistaayilii Teeknoo Itiyoo Kooriyaa eebbifame Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Paarkiin Teekistaayilii Teeknoo tumsa waloo Itiyoo Kooriyaan ijaarame eebbifameera. Sagantaan eebbaa kun Paarkii Indaastirii Boolee Lammiitti…
Idil Addunyaa Karri Raafaah banamuun deeggarsi gara Gaazaa seenuu eegale Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Karri Raafaah banamuun konkolaataawwan meeshaalee gargaarsaa fe'an Ijiptirraan gara Gaazaa seenuu eegaluu gabaafameera. Hanga ammaatti Isiraa'eel…
Biiznasii Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesse Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Erga hundaa'ee baatiwwan sagal kan lakkoofsise Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi Mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Qajeelfama Godaansaa deebiitoota deebisanii dandamachiisuuf ba’eratti mari’atame Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Qajeelfama lammiilee godaansaa deebi'an dandamachiisuun gara hojiitti galchuuf ba'erratti mari'atameera. lammiileef karaa seera qabeessa biyya…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan bu’uuraalee misooma odeeffannoo Raayyaa Ittisaa ijaarame… Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Itaamaajooriin Humna Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan bu'uuraalee misooma giddu gala odeeffannoo Raayyaa Ittisaa ijaarame…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy turtii Chaayinaatti taasiisan xumuruun gara Finfinnee deebi’an Sifen Megersa Oct 21, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu daawwannaa hojii fi Fooramii 'Belt and Road' Chaayinaa 3ffaarratti hirmaannaa…
Idil Addunyaa Antooniyoo Guutareez Karra Gaazaaf deeggarsi namoomaa dhiyaatu Raafaah daawwatan Sifen Megersa Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Karra Gaazaaf deeggarsi namoomaa dhiyaatu Daangaa Ijibtiitti kan argamu…
Oduu biyya keessaa Aanaa Adaamii Tulluutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe Balichi kan mudate Aanaa Adaamii Tulluurraa gara…
Fayyaa Babal’achuu Busaaf sababni jijjiiramaa dhufuu amala dhibechaati jedhame Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Weerarri dhibee busaa yeroo ammaa babal’achaa jiruu, waqtiin birraa walhormaata bookee busaaf mijataa ta'uu fi dhibechi jijjirrate mul’achuu irraa akka…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah hojiilee misoomaa Naannoo Somaalee daawwatan Debela Tadesse Oct 20, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarah hojiilee misoomaa Naannoo Somaaleetti hojjetamaa jiran daawwataniiru. Obbo Adam…