Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Aanaa Cinaaksanitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Awwaluu Abdiitiin durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qamadii Kilaasteraan…