Idil Addunyaa Joo Baayidan Isiraa’el daawwachuuf Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanguyyaa boru Isiraa'el daawwachuuf ta’uu gabaafame. Pireezidant Baayidan Isiraa'el kan daawwataniif waa'ee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’atan.…
Fayyaa Dhukkubni Kalee maali? Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xurawaan qaama keessatti kuufamee…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyoota lameenii Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin hariiroo qabdu daran guddisuuf fedhii qabdu… Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Mariin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin taasisaan Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin hariiroo…
Oduu biyya keessaa Galmoonni afran seektara qonnaa haala gaariirra jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)-Oromiyaatti galmoonni guguddoo afran seektara qonnaatiin milkeessuuf qabaman hundi haala gaariirra jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah dabaltee Qondaaltonni Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa daawwatan Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Pireezidaatiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah dabalatee qondaaltonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Dassee fi Kombolchaatti…
Biiznasii Dirree Dhawaatti Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii Biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni… Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa,…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti Bishingaan sanyii filatamaan lafa hektaara kuma 16 olirratti misoomaa jira Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti Bishingaan sanyii filatamaan lafa heektaara kuma 16 olirratti misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Idil Addunyaa Yaaliin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu sa’aatiiwwanii fashalaa’uun Isiraa’eel haleellaa itti… Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tattaaffiin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu Isiraa’eelii fi Hamaas gidduu eegalame osoo hin milkaa’iin hafuun Isiraa’eel haleellaa itti fufuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Kooriyan Kibbaa hariiroo Daldalaa fi Invastimanti cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)–Itiyoophiyaa fi Kooriyan Kibbaa hariiroo Bizinaasii fi Invastimantii caalmaan cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan. Hojii Rawwaachisaa Olaanaan…