Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Sadiitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee sadiitti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun Namoota 8 yoo darbu, namoota 4 iira midhaan qaamaa cimaa fi salphaan…