Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon ayyaana Irreechaa sababeeffachuun, ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluun durfamu Godina Arsii Lixaatti Kilaastera Qamadii daawwate Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti Kilaastera Qamadii daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaa Obbo Indashaaw Xaasaw ayyaana Irreechaa… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaa Obbo Indashaaw Xaasaw ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ummata…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Irreechaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarseera. Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyahu Tashaagar ergaa dabarsaniin,…
Oduu biyya keessaa Irreechi Faajjii nageenyaa, tokkummaa fi obbolummaati –Obbo Fiqaaduu Tasammaa Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa agarsiiftuu araaraa, obbolummaa fi tokkummaati – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Irreechaa…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa ayyaana irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Sabni guddaan hidda…
Oduu biyya keessaa Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul’ise – Pir.… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul'ise jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaan durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan misoomaa jiru…