Ispoortii Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasiifame Sifen Megersa Sep 29, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Barliin 49ffaan riikkardii addunyaa fooyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti…
Biiznasii Itiyoophiyaan biyya invastimantiif mijattuu adda dureedha jedhamte Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Biyyoota Afrikaa hojiilee invastimantii bu’aa qabeessaaf mijatoo ta’an keessaa adda duree ta’uun ibsame. ‘Business Insider Africa’ bu’aa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa jila biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa jila biyyoota Afrikaa garaagaraa Sagantaa "Torbee Tuuriizimii Oromiyaa" bara 2016…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Wunshan Magaalaa Hararii waliin walta’iinsaan hojjechuuf kutannoo qabaachuu ibsite Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Magaalaan Hararii fi Chaayinaatti kan argamtu Magaalaa Wunshaan gidduutti hariiroo obbolummaa hundeessuuf mariin dandeessisu gaggeeffameera. Marichaan…
Idil Addunyaa Taayiwaan dandeettii ofii isheen doonii hojjette ifoomite Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Taayiwaan dandeettii ofii isheen Doonii hojjette har’a ifoomsiteetti. Taayiwaaniif doonii jalqabaa ta’uun kan eerame kun Pireezidaanti biyyattii Saayoo…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy hojjettoota pirojektoota Waajjirichaaf ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa fi Mawulidaa sababeeffachuun sagantaa laaqanaa hojjettoota pirojektoota Waajjirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Balaliin gara Bujumburaatti taasifamu 11’tti guddate Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii idilee gara Burundii Magaalaa Bujumburaatti taasisu gara 11’tti guddisuu beeksise. Daandichi kanaan…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan baraa Saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti jijjiirraan baraa saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. “Gaarii-Waaroo”…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa Kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa sadarkaa biyyaalessaatti Kabajamaa jira. Ayyaanni Masqalaa "Mootii Ayyaanaa" jedhamuun ayyaana hawaasa biratti bakka olaanaa qabu fi…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa eebba Giddugala Nyaataa 'Tasfaa Birhaan'tti argamuun maaddii qoodaniiru. Bulchiinsa Magaalaa…