Oduu biyya keessaa Dorgommiin “Miss Oromia” Fulbaana 15 gaggeeffama Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Dorgommiin "Miss Tuurizimii Oromiyaa" Fulbaana 15, 2016 akka gaggeeffamu Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa beeksise. Koomiishinichi, bu'aalee hojiilee…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Sooriyaa Bashiir Alasaad daawwannaaf Chaayinaa galan Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Sooriyaa Bashiir Alasaad erga biyyattiin waraana keessa galtee booda yeroo jalqabaaf daawwaanaaf gara Chaayinaa imalan. Sooriyaan erga…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 sirna barnootaa duraaniin barattoota simata jedhame Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 sirna barnootaa duraan jiruun barattoota akka simatu Eeggataan Pireezidaantii Yuunivarsiitichaa Dooktar Saamu’eel…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin walta’iinsa dhimmoota nageenya Galaanaa Diimaarratti xiyyeeffate gaggeefama jira Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)-Yaa’iin Walta’iinsa dhimmootaa nageenya jijijjiiramaa Galaanaa Diimaa cimsuun danda’amurratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaaf galii Birrii miiliyoona 500-700 walitti qabuuf sosochiin eegalame Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa baatii tokkoof kan turu sosochii galii walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dugdaatti hoomaan simbira Girrisaa Oomisharratti miidhaa qaqqabsiisaa jira jedhame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti hoomaan simbirroo Girrisaa Oomisharratti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsameera. Qonnaan bultoonni mala Aadaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Interpiraneroota kuma 80 ol horachuuf karoorfame hojjetamaa jira – BCHUO Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Interpiruuneroota kuma 80 ol horachuuf karoorfame hojatama jirachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu Oromiyaa beeksise. Lammilee…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaraa mirkaneessuuf ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Duudhaalee gaarii eeguu fi Nageenya waaraa mirkaneessuuf ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu Manni Maree Dargaggootaa ibseera. Guyyaan Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Pirojektoota Indaastirii warshaalee sukkaaraa 2 waliin waliigaltee mallatteesse Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Tajaajilli Pirojektoota Indaastirii warshaalee sukkaaraa 2 waliin waliigaltee mallatteesseera. Waliigaltichaan Tajaajillii Pirojektootaa Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan dhiibbaa jijjiirama qilleensaa salphisuuf tattaaffii qindaa’aa akka taasifamuuf… Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa salphisuuf tattaaffii qindaa'aan akka…