Fayyaa Maalummaa Dhukkuba Tiraakoomaa fi Tooftaalee Ittisa Isaa Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Tiraakooman dhukkuba ijaa daddarbu ta’ee, baakteeriyaa 'Chlamydia Trachomatis' jedhamuun kan nama qabuudha. Dhibeen kun yeroon yaala hin argannee…
Fayyaa Giddugalli Wal’aansa Fayyaa Yuunivarsitii Jimmaa deeggarsa meeshaale wal’aansa argatte Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Ghent fi Hospitaalli UZ meeshaale wal'aansa Fayyaa Giddugala Wal'aansa Fayyaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsa taasise. Deeggarsichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippilomaasii qaban sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippiloomaasii qaban koomiishiniin ministirootaa hundeessuun gara sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan.…
Ispoortii Taphattoonni duraanii garee Kubbaa miilaa Itiyoophiyaa 2 du’aan boqotan Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Taphattoonni duraanii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Isheetuu Gabirahiiwotii fi Tewoodiroos Asgadoom du’aan addunyaa kanarraa du'aan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan anniisaa niwukilaraa kaayyoo nagaaf fayyadamuuf dhaabbilee Raashiyaa waliin hojjechaa… Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Itiyoophiyaan imala anniisaa niwukilaraa kaayyoo nagaaf fayyadamuuf taasiftu milkeessuu fi nageenyi isaa eegamaa akka ta’uuf dhaabbilee anniisaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii waliigalaa DhMG cinaatti hojiiwwan dippilomaasii damee hedduu milkaa’oon gaggeeffamaa… Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuun cinaatti hojiileen dippilomaasii dameelee hedduu…
Biiznasii Oomishaaleen Doolaarri miiliyoona 600 baasii itti ta’aa ture biyya keessatti oomishamuun ibsame Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)-Adeemsa hanga ammaatti jirun oomishaaleen Doolaara miiliyoona 600 baasii itti tahaa turan biyya keessatti oomishuun bakka buusuun akka danda’e Paarkiin…
Oduu biyya keessaa Kunuunsa Gaarreen Baalee daran cimsuun barbaachisa jedhame Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee ‘UNESCO’tti galmeessuuf akkuma tumsi olaanaan taasifame kana booda kunuunsi taasifamu daran cimuu akka qabu gaafatame.…
Oduu biyya keessaa Afaan Oromoo afaanota bal’inaan dubbataman taasisuuf biirichi gahee isaa akka bahatu beeksise Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojiilee Hiikkaa ‘Guugil’ (Google Translate) Afaan Oromoo irratti hojjatamaa jiruuf gahee isaa akka bahatu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa naannawichaatti dhaga’amtummaa siyaasaa Itiyoophiyaa akka guddisu akeekame Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa humna elektirikii maddisiisuun diinagdee fi hawaasummaa biyyatti guddisuu garasitti damee siyaasaan dhaga’amtummaa…