Fayyaa Dhibeen Teetanasii Daa’imman kichuu maali? Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhibeen Teetaanasii daa’imman kichuu dhibee baakteeriyaa ‘chlostridum tetani’ biyyee keessatti argamuun kan daa’immanitti dhufuudha. Dhibeen kun…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Leenjiin…
Idil Addunyaa Caccabaan qaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa badee ture argame Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Caccabaan Qaaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa F-35 jedhamu badee ture Kaaba Kaaroolaayinaatti argamuu Humni Waraanaa biyyattii beeksise. Caccaabaan kun…
Idil Addunyaa Balaan Lolaa Liibiyaatti mudate bu’uraalee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu ibsame Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Balaan Lolaa tibbana Liibiyaatti mudate bu’uraalee fi dhaabbilee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu Ministeerri Geejjibaa Liibiyaa beeksiseera.…
Idil Addunyaa Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa Kooriyaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa mata duree’ Ga’ee dubartootaa nageenya waaraaf’ jedhuun Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Inchinitti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara bobbiitti kan seenan ta’uu Biiroon Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Yaa’ii Dureewwanii DhMG 78ffaarratti hirmaachaa jiru Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Yaa’ii Dureewwanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaarratti hirmaachaa…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Ummataa gamtoomeen Itiyoophiyaa badhaatee fi cimtuu dhaloota dhufu ni dhaalchifna-Dooktar… Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Tattaaffii Ummataa gamtoomeen Itiyoophiyaa badhaatee fi cimtuu dhaloota dhufu ni dhaalchifna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Fayyaa Itiyoophiyatti pirojektiin dhukkuboota daddarboo dursanii ittisuuf dandeessisu hojiirra ooluu eegale Debela Tadesse Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyatti pirojektiin dhukkuboonni daddarboon utuu hinmudatin dursanii ittisuuf dandeessisu hojiirra ooluu eegale. Hojiirraa oolmaa pirojektichaa…