Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Kantiibaa magaalaa Shaangay waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 19, 2023 0 Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kantiibaa magaalaa Shaangaay Goong Zeeng waliin mari’ataniiru. Hariiroo magaalaa Finfinnee fi…
Idil Addunyaa Chaayinaatti kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 100 darbe Sifen Megersa Dec 19, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) –Kaabaa Chaayinaatti Kirkiraa lafa mudateen lubbuun namoota 100 ol darbuu fi namoonni 220 ol ammoo miidhaa qaamaaf saaxilamuu ibsameera. Kirkirri lafaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Meelatawarqi Hayiluun Walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun mudaman Sifen Megersa Dec 19, 2023 0 Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Aadde Meelatawarqi Hayiluu Walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa taasiisuun…
Waajabila Faanaa Godina Booranaatti haati tokko yeroo tokkotti daa’imman afur deesse Sifen Megersa Dec 19, 2023 0 Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Magaalaa Yaaballoo Hospitaalaa Waliigalaa Yaaballootti haati tokko yeroo tokkotti Daa’imma afur deesserti. Haatii fi da’imman dhalatan…
Oduu biyya keessaa Godaantonni 118 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Godaantonni lammiilee Itiyoophiyaa taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 118 gara biyyaatti deebifaman. Taanzaaniyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hamma oomishaalee gabaa Chaayinaaf dhiyeessituu dabaluuf hojjechaa jiraachuun eerame Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan hamma beeyladootaa fi oomishaalee qonnaa gara gabaa Chaayinaatti dhiyeessitu dabaluuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Yakkoota magaalattiitti raawwataman dhaabuuf hojiileen gaggeeffaman cimanii itti fufu jedhame Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Yakkoota magaalattiitti raawwataman dhaabuuf hojiileen gaggeeffaman cimanii kan itti fufan ta’uu ibsame. Qondaaltonni Olaanoo Poolis Federaalaa fi Magaalaa…
Idil Addunyaa Siisiin Filannoo Pireezidaantummaa marsaa 3ffaa injifatan Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Ijibti Abdulfattaa Al Siisiin Filannoo pireezidaantummaa marsaa 3ffaa irraa deebiin injifatan. Al Siisin filannoo torbaan darbe…
Oduu biyya keessaa Wayita hawaasatti makamne ambaasaaddara nagaa taanee hojjenna -Eebbifamtoota leenjii haaromsaa… Sifen Megersa Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraatti leenjii haaromsaa marsaa 3ffaa guyyoota 10’f koomaand Poostii Shawaa Roobiitiitti leenji’aa turan 161 eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanachiin durfamu Shaangaayitti daawwannaa hojii taasiise Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Jilli Kantiiba Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Chaayina Magaalaa Shaangaayitti daawwannaa hojii fi marii gaggeessuun ibsame.…