Oduu biyya keessaa Biyya ceesisuuf oomishtoota uumuun jalqabameera-TKM Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dachaa oomishuun biyya keessaa fi gabaa biyyaa alaaf kan dhiyeessan, damee indaastirii oomishaarratti bobba’uun oomisha isaanii kan dhiyeessanii fi gibira…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti Guyyaa Oomishtummaatti gaagurri kumni 1 qonnaan bultootaaf raabsame Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Magaalaa Jimmaa gandoota garaagaraatti Qaammee 4 “Guyyaa Oomishtummaa” sababeeffachuun gaagura ammayyaa kuma 1 ol ta'u qonnaan bultoota adda dureef…
Oduu biyya keessaa Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwatan Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4, Guyyaa Oomishtumma mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun kabajamaa jiru sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Giddugala gurgurtaa fi kuusaa oomisha qonnaa eebbisiisan Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Kaantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Qaammee 04 Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun giddugalaa gurgurtaa fi kuusaa oomishaalee…
Idil Addunyaa Kirkira lafaa Morokootti mudateen lubbuun namoota 820 olii darbe Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)-Morookootti kikira lafaa mudateen lubbuun namoota 820 darbuun gabaafame. Kirikira lafaa maginiitiyuudii 6.8 galmeesse kanaan lubbuu namootaa dabaruutti…
Oduu biyya keessaa Afrikaatti fayyadamummaa Haqa qabeessaa lammiilee mirkaneessuun nageenya waaraa mirkaneessuuf… Debela Tadesse Sep 8, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Afrikaatti fayyadamummaa haqa qabeessaa lammiilee mirkaneessuun nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni walta’iinsaan hojjechuu akka qaban Ittaanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Gaarummaa Sababeeffachuun maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 8, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon, Guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru. Dooktar Abiy…
Biiznasii Shakkamtoonni maallaqa sobaa maxxansuun raabsaa turan 4 to’ataman Sifen Megersa Sep 8, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa sobaa maxxansuun raabsaa turanii fi karaa seeran alaa daddabarsaa turan 4 to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Walta’iinsi loltummaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimee kan itti fufu ta’uun ibsame Debela Tadesse Sep 8, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Walta’iinsi loltummaa akkasumas muuxannoo waljijjiirraan Itiyoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…