Ispoortii Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2023/24 har'a Faransaay Monaakootti ifoomeera. Maanchiister Yuunaayitiid, Baayern Muunik, Kooppan Haganii…
Ispoortii Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf badhaasni jajjabeessituu laatame Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Jila Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef badhaasni jajjabeessituu laatameera.…
Oduu biyya keessaa Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara 2016 lafa heektaara miiliyoona 2.5 qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon qonnaa Oromiyaa beeksise. Misooma…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti manni harka qalleeyyiif ijaarame dabarfame Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdatti kenna Tajaajila Lammummaa Gannaan hojiileen Birrii miiliyoona 100 ol baasan raawwataman. Manneen harka qalleeyyii…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen hoggantoota olaanoo naannichaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota olaanoo naannichaa waliin mari'ataniiru. Obbo Musxafeen haala waqtaawaa naannoo,…
Oduu biyya keessaa Qophii Hospitaala yaala addaa Kalee Kuwaatar Itiyoophiyaatti ijaarsiftu ilaalchisee mariin taasifame Sifen Megersa Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Kuwaaritti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Faayisal Aliy Daayrektara Olaanaa Fandii Misooma Kuwaatar Kaliifaa Biin Jaasiim Alkawaarii waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Baalli Sammuu namaa Adoochu Kiiloo Giraamni 15 Mana Daadhiitti to’atame Debela Tadesse Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Baallii Sammuu namaa Adoochu Kiiloo Giraamni 15 Magaalaa Finfinnee Mana Daadhii tokko keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalichaa beeksiiseera. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivariisiitiin Koyaangipo’ook barattoota Finfinneef carraa barnoota bilisaa kennuuf waliigale Debela Tadesse Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kan Kooriyaa Kibbaa magaalaa Chuntoonitti argamuu Pireezidaantii Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Bara 2016’tti sirni barnoota haaraan manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa hundatti hojiirra oola-… Debela Tadesse Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Bara 2016’tti Sirni Barnoota Haaraan manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa hunda keessatti hojiirra kan oolu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Cabiinsa…
Biiznasii Oromiyaatti bara dhufu damee albuudaarraa galii Birrii biiliyoona 2.2 argachuuf karoorfameera Debela Tadesse Aug 31, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Bara 2016 damee albuudaarraa galii Birrii biiliyoona 2.2 argachuuf karoorfamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa beeksise.…