Gaaffiilee uummataa ijoo ta’an adda baasuun duraa duubaan hiikuuf ni hojjenna – Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Gaaffiilee uummataa ijoo ta’an adda baasuun duraa duubaan hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.…