Oduu biyya keessaa Chaayinaan ergaa gammachuu Ityoophiyaaf dabarsite Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Miseensaa BRICS ta’uu Ityoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarse. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Za’oo Zhiyu’aan…
Ispoortii Murtoon meetira kuma 5 atleetootaa jijjiiruuf taasiifame bu’aa fiduuf kan kaayyeffateedha –… Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Murtoon Fiigicha meetira kuma 5 atleetootaa jijjiiruuf taasiifame bu’aa fiduuf kan kaayyeffate ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Miseensa BIRICS ta’uun taatee seena qabeessa-MM Dooktar Abiy Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Miseensa BIRICS ta’uun taatee seena qabeessa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yaa’ii BRICS 15’ffaa Afrikaa Kibbatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan BIRCS’tti makamte Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan garee 'BRICS’tti miseensummaan makamuun ibsame. Yaa’iin biyyoota 'BRICS’ jedhamanii 15ffaan Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira.…
Idil Addunyaa Hogganaan Garee Waaginar balaa xiyyaaraan du’uun mirkanaa’e Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Hogganaan Garee Waaginar Yevgenii Piriigozhiin jaallan isaa waliin balaa xiyyaaraan du’uun miidiyaaleen gabaasaniiru. Balaa xiyyaaraa magaalaa Moskoo…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa Finfinnee eegale Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yaa’iin Barnootaa Finfinnee, bara barnootaa 2016 mata duree “Hirmaannaa hunda galeessaa fooyya’insa sadarkaa dhaabbilee barnootaa” jedhuun gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa DhFA Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa haala deeggaruun danda’amu mari’ate Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Itti Aantuu Bakka Buutuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Dooktar…
Ispoortii Fiigichi gulaallii meetira kuma 5 dhiirootaa har’a ni gaggeeffama Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu. Atleet Yoomiif Qajeelchaa, Hagos…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa laate Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ce'umsa muudama hooggansaa fi ramaddii haaraa taasiseera. Bara 2015 keessa gamaaggama taasiiseen ciminootaa fi…
Idil Addunyaa Xiyyaari dursaan Waaginar keessa turan caccabuu ibsame Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Xiyyaarri hogganaan waraana miindaa guddaan qacaramee lolu 'Waaginar' Piriigoozhin keessa tura kufaa caccabuu ibsameera. Xiyyaara har'a Kaaba Mooskootti…