Ispoortii Ityoophiyaan meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha xumuraa meetira kuma 10 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaa dhiiroota gidduutti dorgomameen Ityoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatteerte.…
Ispoortii Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaan Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom xumuraaf dabarteeti. Atleetoonni lamaanuu…
Ispoortii Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta'era. Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa…
Waajabila Faanaa Kitaabni Odaa Aartii Oromoo eebbifame Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa odaa Aartii oromoo jedhu Hoteela Intarnaashinaalii Ililliitti eebbifamuun dubbiftoota bira gaheera. Kitaabichi seenaa Abdii…
Fayyaa Naannichatti weerara Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsame Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti weerara dhibee Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Ispoortii Kilabni Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo’aa Mo’attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa… Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kilabni Kubba Miilaa Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta'eera. Tapha Xumura…
Idil Addunyaa Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa 54 irra qoqqoobbii keesse Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa Geezxeessitootaa fi bakka buutoota seera kabachiiftootaa 54 irra qoqqoobbii kaa'uu beeksiifte. Biriitaaniyaan…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni fiigama Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 dhiirootaa ni gaggeeffama. Galgala sa'aatii 1:25…
Ispoortii Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte Sifen Megersa Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaa har'a gaggeeffameen meetira kuma 10 Meedaaliyaa Warqee,Meetii,Nahaasii argatteerti. Atleet Gudaaf…
Oduu biyya keessaa Maqedooniyaan Mattuutti Birrii miiliyoona 130’n giddugala ijaaruufi Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Dhaabbanni tola oolaa kunuunsaa maanguddootaa fi dhukkubsattootaa Sammuu maqedooniyaan Magaalaa Mattuutti Birrii miiliyoona 130’n giddugala ijaaruuf dhagaa…