Obbo Awwaluun sagantaan Yayyaba gurmaa’insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisan
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin sagantaan Yayyaba gurmaa'insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisaniiru.…