Teeknooloojii Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan baname Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti banameera. Sagantaa baniinsa agarsiisicharratti Ministir Deetaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootaa Naannoo Sidaamaatti… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootaa Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaabuun meeshaalee barnootaas deeggarsa…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruufi Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruu eegaluuf ta’uu Pireezidaantiin biyyattii Yuuweerii Muuseeveeniin beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu qabu – Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Duulli Maqaa raayyaa ittisa biyyaa xureessuuf taasiifamaa jiru shira biyya dadhabsiisuu ta’uu hubachuun Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu akka…
Oduu biyya keessaa Raamiiz Alaakbaaroov Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbii fi qindeessaa mirgoota namoomaa DhMG ta’uun… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniiyoo Guutareez Dooktar Raamiiz Alaakbaaroov Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbii fi qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Bara Oomishaa kana lafa sanyiin uwwifame keessaa hektaarri miiliyoonni 6 ol Kilaasteraan misoomuu… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2015/16 lafa hanga ammaatti sanyiin uwwifame hektaara miiliyoona 13 fi kuma 193 ol keessaa Hektaarri miiliyoonni 6 fi kumni 819 ol…
Oduu biyya keessaa Sirna odeeffannoo gabaan lammiilee kuma 53 oliif carraan hojii alaa uumamuu ibsame Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Sirna odeeffannoo gabaan lammiilee kuma 53 oliif carraan bobbii hojii alaa uumamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksiise. Ministeerrichi Hoggantoota,…
Oduu biyya keessaa Hojiin Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Birrii biiliyoona 17. 6 olitti tilmaamamu hojjetame –… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Hojii Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Bonaa fi Ganna hojjetameen Birrii biiliyoona 17 . 6 olitti tilmaamamu oolchuun danda’amuu Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Bara omishaa 2015 lafa magaalaa hektaara kuma 42 fi 500 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 1 fi… Sifen Megersa Aug 9, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Bara omishaa 2015 lafa magaalaa hektaara kuma 42 fi 500 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 1 fi kuma 299 ol argachuun danda’amuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 2.5 raabsamuuf qophaa’an Debela Tadesse Aug 8, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoonni 2.5 raabsamuuf qophaa’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Kitaabileen…