Oduu biyya keessaa Ibsa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa irraa laatame Sifen Megersa Aug 7, 2023 0 Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchinsee ibsa baaseera. Ityoophiyaan biyya qormaata kamiiyyuu dandamattu ta’uu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaratti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu eegalame yeroo gabaabaa keessatti xumuruun… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu eegalame yeroo gabaabaa keessatti xumuruun naannicha gara sochii idileetti deebisuuf hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Uumamaa Naannoo Afaaritti argamu fayyadamuun jireenya hawaasaa fooyyessuuf hojiilee… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Qabeenya Uumamaa Naannoo Afaaritti argamu fayyadamuun jireenya hawaasaa fooyyessuuf hojiilee hojjetamaniif mootummaan deeggarss kan taasiisu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7 ol midhaan gara garaan misoome kunuunfamaa jira –… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Qonna Gannaatiin hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7 ol midhaan gosa garagaraan misoomee kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hidhattoonni hidhannoo hiikkachuun leenjii haaromsaa fudhataa turan… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hidhattoonni sosochii Warraaksa Diimookiraasii Ummata Gumuz gara jireenya idileetti deebi'uun leenjii haaromsaa…
Fayyaa Koollejjiin Fayyaa Hospitaala Barkumee Qudduus Phaawuloos barattoota ogummaa yaala fayyaa barsiisaa… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Koollejjiin Fayyaa Hospitaala Barkumee Qudduus Phaawuloos barattoota ogummaa yaala fayyaa Dooktoreetiin barsiisaa ture 583 eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa xumurame damee Qonnaan hojiileen bu’aa qabeessa ta’an raawwatamaniiru… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Ministeerri Qonnaa qooda fudhattoota hirmaachiisuun raawwii hojii misooma qonnaa bara 2015 Finfinneetti qorachaa jira. Gamaagama kanarratti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaaritti… Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaar aanaa Dubtiitti biqiltuu dhaabaniiru. Sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifame Sifen Megersa Aug 6, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise. Bara oomishaa kana…
Ispoortii Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa injifate Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa Landan Yuunaayitid waliin taphateen 4 fi 2’n injifateera. Taphata Suraafeel Daanyaachoo,…