Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale Debela Tadesse Jul 26, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 19 ,2015 (FBC)–Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera. Guyyaa har’a barattoonni Saayinsii Hawaasa qormataa biyyalessaa fudhachaa jiraachuu ragaan…
Oduu biyya keessaa Giddugala gabaa Jigjigaarraa balaa ibiddaa ga’een qabeenyi Birrii biiliyoona 1.5 olii mancaa’uun… Debela Tadesse Jul 26, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Giddugala Gabaa Jigjigaarraa balaa ibiddaa ga’een qabeenyi Birrii biiliyoona 1.5 ol mancaa’uu Koreen Deeggarsaa fi Qabeenya Manca’e Addaa Baasu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Turtiin Dooktar Abiy Roomitti taasisan hojii dippiloomaasiin milkaa’inni kan itti argameedha… Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Turtiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Roomitti taasisan hojii dippilomaasiin milkaa'inni kan itti argame ta'uu Itti Gaafatamtuun…
Oduu biyya keessaa Warshaa daabboo Shaggar gara Oomishaatti deebisuuf adeemsarra jiraachuu ibsame Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Warshaa Daabboo Shaggar gara Oomishaatti deebisuuf adeemsarra jiraachuu Midirook Invastimanti Giruuppi beeksise. Warshichi erga oomisha dhaabee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misoomaa wal sakaaluu osoo hin taane waliin ta’uun waliif gabaa uumuu qabu –… Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Dhaabbileen misoomaa wal sakaaluu osoo hin taane waliin ta'uun waliif gabaa uumuu qabu jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumurame Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa'ii idilee 16ffaa gaggeessaa ture muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumureera. Manni…
Oduu biyya keessaa Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta’an gara mooraa qormaataa seenan -BBO Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta'an gara mooraa qormaataa seenuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Barattoota Saayinsii…
Oduu biyya keessaa Oromiyatti Ganna kana biqiltuu avokaadoo miiliyoona 2 caalu dhaabuuf karoorfamee hanga ammaatti… Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyatti Ganna kana biqiltuu avokaadoo miiliyoona 2 caalu lafa hektaara kuma 6 irra dhaabuuf karoorfamee hanga ammaatti miiliyonni 1.2…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17 ol raggaasiise Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17.3 ol raggaasiiseera. Kaabineen bulchiinsa yeroo naannichaa walga’ii…
Idil Addunyaa Chaayinaan Waang Yuun Ministira Alaa taasisuun muudde Sifen Megersa Jul 25, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Chaayinaan Waang Yuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muuddeerti. Biyyattiin bakka Ministira Alaa duraanii Kiin Gaangi Waang Yuun muuduu…